Hojilee Misooma
News Updates

"Sochiin Inisheetiiviiwwan hojiirra oolchuuf jalqabame dargaggoota baay'eef carraa hojii uumaa jira." Obbo Kaffaaloo Tafarraa
Sochiin Inisheetiiviiwwan hojiirra oolchuuf jalqabame dargaggoota baay'eef carraa hojii uumaa jira kan jedhan Hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo Tafarraa mul'ata badhaadhina dhugoomsuuf qabame galmaan gahuuf itti fufiinsaan ni hojjatama jedhaniiru.
Apr 12, 2025-
Girmaa’insa Gandaa, Tajaajila Bu’a Qabeessaaf!
Gurmaa’insa Gandaa bifa haaraadhaan hojiirra oole kana gammachuudhaan kan simate hawaasni bal’aan milkaahina isaatiif tumsa barbaachisaa goochuu irratti argama. Hoogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo Tafarraa Godina Jimmaa Aanaa Gommaatti waajjira Gandaa ijaarsi isaa
None
"Mootummaan imaanaa wareegamtootaafi bu'aa qabsoo uummataatti ija gochaa jira!" Obbo Hayiluu Addunyaa
"Mootummaan imaanaa wareegamtootaafi bu'aa qabsoo uummataatti ija gochaa jira!" Obbo Hayiluu Addunyaa
Apr 8, 2025-
“Warraaqsi Diinagdee Oromoo jalqabame bu'aa ol'aanaa argamsiisaa jira.”Obbo Shimallis Abdiisaa PMNO
Mootummaan Naannoo Oromiyaa tarsiimotaafi seerota fedhii dinagdee Oromoo danqan jijjiiruun kan humna dinagdeesaa utuban bocee hojjetaa jiraachuu Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo oromiyaa,Obbo Shimallis Abdiisaa ibsan.
Apr 7, 2025-
Rakkoolee bulchiinsa gaarii sadarkaan jiran furuudhaan itti quufiinsa hawaasaa mirkaneessuu irratti mariin xiyyeeffate gaggeeffameera.
Rakkoolee bulchiinsa gaarii fi kenna tajaajilaatiin wal qabatee hawaasni kaasaa ture adda baasuudhaan karooraan hoogganuu fi karaa itti fufiinsa qabuun furuuf qooda fudhattoota waliin mariin gaggeeffa
Mar 5, 2025-
"Ergaan uummanni keenya dabarse imalli badhaadhinaa bu’uura jabaa irratti ijaaramaa jiraachuu kan mirkaneessedha" Shimallis Abdiisaa, PMNO
Mootummaan Paartii Badhaadhinaan hoogganamu waadaa uummataaf galeen injifannoon dhiigaan dhufe dafqaan utubamee galma barbaadame bira akka ga’amuuf hooggansa bilchina qabu kenneen waadaan gochaan akka dhugoomu taasisuu irratti argama.
Apr 5, 2025-Dudhaalee
